Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ijoolleen Koolu Galtootaa Maatiiwwan Isaaniittii Adda Hin Ba’an: Angawoota Ameerikaa


Angawaan seera daangaa eegsisu gameessi, angawoonni yeroo ammaa imaammata bulchiinsa Traamp kan nama seeraan ala biyyattii seene to’annaa jala oolchuu jedhu hojii irra oolchuu kan hin dandeenye ta’uu beekameera.

Angawoonni yeroo ammaa imaammata maatiiwwan ijoollee isaanii irraa adda utuu akkaataa itti himatamuu danda’an qopheessaa jiran.

Komiishinerri dhimma eegumsa dangaa Kevin McAleenan tuuta oduuf Texas keessatti ibsa kennaniin dhimma maatiiwwan seeraan ala biyyattii seenanii abbootii alangaatti erguu kan dhaaban ta’uu beeksisan. Prezidaant Doonaald Traamp torban darbe maatiiwwa koolu galtootaa ijoollee isaaniittii akka adda hin bane ajaja sadarkaa ol aanaa mallatteessanii jiran.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG