Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sochiin Dimookiraasummaa  Uummattoota Kibbaa Miseensoota Koree Hojii Rawwachiiftu 15 Filate


Sochiin Dimookiraasummaa  Uummattoota Kibbaa Miseensoota Koree Hojii Rawwachiiftu 15 Filate

Jaarmayoota miseensota IHADEG keessaa tokko kan ta’e Sochiin Dimookiraasummaa Uummattoota Kibbaa miseensoota koree hojii rawwachiiftu 15 filachuun gumii guyyaa shaniif gaggeesse xumuree jira. Gama kaaniin mummicha ministeera Itiyoophiyaa duraanii Hiyile-maariyaam Dessaalenyi dabalee hogganoota duraanii 24 kabajaan gaggeessee jira.

Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa

Sochiin Dimookiraasummaa  Uummattoota Kibbaa Miseensoota Koree Hojii Rawwachiiftu 15 Filate
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:10 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG