WAASHINGITAN, DIISII —
Addi Warraaqsa Dimookiraasummaa Uummatoota Itiyoophiyaa yokaan ADWUI Dr. Abiyyi Ahimed dura-taa’aa, Obbo Demmeqee Mekonnin itti-aanaa dura-taa’aatti filachuudhaan, yaa’ii isaa 11ffaa guyyoota sadi’iif Hawaasaatti geggeeffate har’a xumuree jira. Gabaasaa keenya, Muktaar Jamaal, achitti argamee yaa’icha hordofaa ture. Gaaffii fi deebii waliin geggeessine dhaggeeffadhaa.