Xurree ittiin seenan

Breaking News

Shakkamtoota Finfinnee Dheessan To’annaa Seeraa Jala Olchuuf Angoo Kan Qabu Eenyu?


Sababaa yakkaa fi dhiittaa mirga namoomaan kan ka’e Itiyoophiyaa keessatti aangawoonni shakkaman to’annaa jala oolfamuun ni yaadatama. Poolsiin federaalaa aangawoota shakkaman kanneen Finfinnee irraa gara bulchiisa naannoo adda addaatti dheessan to’achuuf carraaqqii gochaa jiran kan ilaaleen marsaritii hawaasaa irratti falmiin adda addaa gaggeeffamaa jira.

Shakkamtoota biyyaa ba’an mootummaan Federaalaa kan Itiyoophiyaa hordofuu ni danda’aa? Kanaa fi kannen biroo irratti ogeessa seeraa Obbo Batruu Dibaabaa haasofsiifnee Jirra caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:11:36 0:00

XS
SM
MD
LG