Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haleellaa Mooyyaleen Mannneetiin 230 0l Manca’aniiru,Namni Kuma 70 Ol Qe’ee Buqqa’eera – Aanaa Mooyyalee


Moyyaalee, Oromiyaa
Moyyaalee, Oromiyaa

Haleellaa hidhattoonni naannoo shanii dhufan Mooyyaleetti torbee darbe keessa guyyoota torbaaf taasisaniin manneetiin 230 olii yoo gubatan, namootni kuma 75 ol ammo qe’ee gadi dhiisanii baqachuu Aanaan mooyyalee beeksise.

Bulchaan Aanaa mooyyalee obbo Baaggajjaa Morgee namoota qe’ee buqqa’an gargaaruuf akka adda baasaa akka jiranillee Raadiyoo VOA’f himanii jirani.

Gama kaaniin jiraattonni magaalattii harras lolli Mooyyaleen keessa jiraachuu baatus haalli nageenyaa ammas sodaachisaa ta’uu dubbatuu Galmoo Daawit dabalata isaa qopheesseera.

Haleellaa Mooyyaleen Mannneetiin 230 0l Manca’aniiru,Namni Kuma 70 Ol Qe’ee Buqqa’eera – Aanaa Mooyyalee
please wait

No media source currently available

0:00 0:12:51 0:00

XS
SM
MD
LG