Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waliigaltee ODP fi ABO Gidduutti Tolfame Ilaalchisee Gaaffii fi Deebii Hooggana ABO Waliin Geggeessame


Waliigaltee kaleesa Paartii Dimookiraasummaa Oromoo fi Adda Bilisummaa Oromoo gidduutti tolfme ilaalchisee, hirmaattoota marii sanaa keessaa tokko ka tahan pirezidaantii itti-aantuun Oromiyaa – Aadde Xayyibaa Hasan Kaayoo kaleessa yeroo dubbisnetti, “waliigalteen kun walta’insa ammaan dura biyya Ertiraa, magaalaa Asmaraatti hoogganoota gam-lameenii gidduutti tolfame sana daran cimsanii waliin hojjechuuf ka taasisame,” jedhanii turan.

Hoogggnoota ABO marichatti hirmaatan keessaa – miseensi Shaanee Gumii dhaabbichaa – Obbo Ibsaa Nagawoos kanuma mirkaneessan. Gara duul-duraattillee dantaalee Oromoo fi Oromiyaa tiksuu ilaalchisee, akka mariin dhaabota siyaasaa fi beektota Oromoo hirmaachise geggeessamu marii sana irratti yaadni dhihaatuu isaa dubbatan – Obbo Ibsaan. Gaaffii fi deebii guutuu caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:09:24 0:00

XS
SM
MD
LG