Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manneen Hidhamtoota Dhoksaan Keessatti Dararan Guutummaa Biyyatti Keessa Jiru:Abukaatoo Wandimmuu Ibsaa


Abukaatoo Wandimmuu Ibsaa

Shakkamtoonni Jaatamii sadii to’annaa jala oluu isaanii abbaan alangaa Federaalaa obbo Birhaanuu Tsaggaayee Wiixata darbe beeksisanii jiran. Kanneen keessaa soddomii ja’a dhiittaa mirga namoomatiin digdamii torba immoo malaa maltummaan shakkamanii akka ta’e ibsamee jira.

Manneen dhoksaa 7 kan yakki dararaa adda addaa keessatti gaggeeffamaa ture Finfinnee keessa akka jiranis akan ibsan Obbo Birhaanuun yakki humnaan gudeeddii, reebicha sukkanneessaa, miidhaan qaamaa, dhabamuun namootaa fi ajjeechaanis raawwatamuu ibsan.

Gama biraatinis miseensota paartilee siyaasaa garaa garaa dirqamaan miseensummaa paartii keessaa akka ba'an, akkasumas meeshaa waraanaa isaanii hin taane akka isaanitti akka mallatteessan dirqisifamaa turaniiru.

Shakkamtonni to’annaa jala oolfamanis seera duratti dhiyaachuu kan jalqaban ta’uun ibsamee jira.Kan ilaalchisee abukaatoo dhunfaa ka ta’an obbo Wandimmuu ibsaa maal jedhu?

Caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:09:59 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG