Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hidhattoonni Benishaangul Gumuz Wallagga Bahaa Aanaa Haroo Limmuu Cehanii Namaa fi Qabeenyaa Irra Miidhaa Geessisan, Jedhama


Godinaa Wallagga Bahaa, aanaa Haroo Limmuu, ganda Dangee keessatti hidhattoonni naannoo Benishaangul irraa dhufan haleellaa geggeessaniin namni tokkoo du’uu fi ka biraan tokko madaa’uu jiraattonnii gandattii fi bulchiinsi aanaa VOAf ibsanii jiran.

Kan har’a aangawoota aanichaa ka biroo waliin ganda haleellaan itti geggeessame sana daawwatanii deebi’an – bulchaan aanaa Haroo Limmuu – Obbo Gaaromaa Tolasaa akka jedhanitti, nama du’ee fi ka madaa’ee ala, manneen-qoonnaan-bultootaa gara shantamii saddeet gubamanii, manni-barnootaa tokkoo fi qabeenyaaleen ka biroonillee mancaasamanii jiran. Guutummaa isaa caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:08 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG