Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hidhattoonni Naannoo Beenishaangul Gumuz Wallagga Bahaatti Namoota Ajjeeuun Himame


Oromia map
Oromia map

Godina Wallagga Bahaa aanaa Haroo Limmu ka daangaa Beenishaangul Gumuz irra jiru keessatti hidhattoonni naannichaa namoota jaha ajjeesuu isaanii dubbatu – jiraattonnii fi qaamni mootummaa.

Gama biraatiin, achuma Godinaa Wallagga Bahaa, aangaa Guutoo Giddaa keessatti hidhattoonni Benishaangul Gumuz qubatoota Harargee irraa dhufanii achi jiraatan irratti haleellaa raaw’ataniin namni tokko du'ee sadii madaa’uu tu dubbatama. Qaamoleen mootumaa fi ogeessonni Fayyas ibsa kennanii jiru.

Muktaar Jamaal tu gabaase.

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:35 0:00

XS
SM
MD
LG