Xurree ittiin seenan

Breaking News

Aramaa Boocee Haroo Qooqaa Balleessaa Jiru


Qonnaan bultootni naanna haaroo Qooqaa jirataan sababa aramaa Boocee jedhamuun hojii qonnaa isaan sirnaan gaggeessachu akka hin dandenye dubbatani.

kessuma jiratootni naannichaa jallissi fayyadamuun omishaa kuduraa,muduraa fi fuduraa omishaan akkasumaas warreen qurxummii kiyeessan hojii idilee isaan kan ittin jireenyaa isaan gaggessataan dhiisaan jiru aramaan Boocee waan haaroo Qooqaa isaan itti fayyadamaan jala dhaleef.

Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo,Bosonaa fi Jijjirama Qillensaa Oromiyaa rakkoon qonnaan bultootni kasaan sirrii dha hangaa yoonatti aramaa kana ballessuf harkaa nama qofa fayyadamaa ture;bu'aan argamees gammachisaa waan hin taneef fuldurratti teknolojjii garagaraa fayyadamuuf hojjechaan jira jedhera.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:19 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG