Xurree ittiin seenan

Breaking News

Pirezident Maakroon Daawwii Isaanii Afriikaatiin Keeniyaa Jiru


Pirezidentiin Faransaay Imaanu’eel Maakroon Keeniyaa daawwachuurra jiru. Maakroon kaleessa Naayroobii seenanii, Pirezidentii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaattaa wajjin mariyatanii waliigaltees mallatteessanii jiru.

Galmoo Daawit dabalata qaba.

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:22 0:00

XS
SM
MD
LG