Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Biyya Kanatti Rabbumti Nama Haa Eegu Malee Poolisiin Nama Eegu hin Danda’u’ Baqataa Oromoo Biyya Afriikaa Kibbaa Jiraat


Erga Torbee darbee Afriikaa Kibbaa keessatti lammilee Afriikaa kaan irratti aggaammiin qabeenya saamuu fi reebichaa dhaqqabuu jalqabe sodaa keessa jirraa jedhu baqattoonni Oromoo.

Biyya Afriikaa Kibbaa magaalaa Darban, darbees naannoo Aleksaanderiyaatti jiraattonni jecha gaggeessitoota dhaabbilee siyaasaan dahatanii balaa dhaqqabsiisuus dubbatanii jiru.

Gaggeessaan hawaasa baqattoota Oromoo haga dandeenye mootummaa biyyatiitiif waan jiru himaa jirra jedhaa, Galmoo Daawit dabalata isaa qopheesseera.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:24 0:00

XS
SM
MD
LG