Xurree ittiin seenan

Breaking News

Rakkoo Wallotti Uumame Mormun Magaalota Oromiyaatti Hiriirri Geggeeffame


Faayilii - Hiriira Mormii Oromiyaa, 2016

Naannoo Oromiyaa magaalota garagaraa keessati hiriiri rakkoo wallotti uumame mormu taasisamee jira, Hiriirtonni kuniin kanneen Oromoo Walloo irratti lola banan mootumaan akka seeratti dhiheessu gaafatanii jiru.

Biroon bulchinsaa fi nageenya naannoo Oromiyaa, rakkoo kana furuuf qindoominaan hojjatamaa akka jiru beeksisee jira.

Muktaar Jamaal tu gabaase. Caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:56 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG