Xurree ittiin seenan

Breaking News

Istaadiyeemiin Wallaggaa Eebbifame


Istaadiyeemiin Wallaggaa har'a bakka Muummichi Ministiraa Doktor Abiyyi Ahmadii fi Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaa argamanitti eebbifamee banamee jira.

Marii geggeeffame irrattis hoogganoonni kunneenii fi ka biroon argamanii, gaaffiilee dhihaataniif deebii kennanii jiran.

Carraawwan investimentii gara fuul-duraatti gara godinichaa dhaqan akka jiran dubbatan, Muummichi Ministaraa Abiyyi.

Naakoor Malkaa tu Naqamtee irraa gabaase. Caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:28 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG