Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hookkarri Burkinafaasoo Keessaa Tahe


Haallii hamaan Burkinafaasoo mudate ka daran hammaachaa jiru fakkaata. Ji’a kana qofa namoots 60 ol tu walitti-bu’iinsa gosaatiin dhume.

leellistoota Islaamaa kanneen kutaa Saahil keessatti maadhee jabaa qabaachuuf fedhan tu walitti-bu’insa kana kakaase. Yunaaytid Istees waraana achii qabdu kan hanqisaa jirtu ta’uus humnootiin biyyatti ofumaayyuu hidhattoota irratti dhiibbaa gochuu danda’u abdii jedhu qabdi.

Gabaasaa guutuu caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:27 0:00

XS
SM
MD
LG