Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bulchaawwan Naannoo Fi Waaltaaleen Sadarkaa Addunyaa Haleellaa Itiyoophiyaa Keessaa Balaaleffatan


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Sambata darbe jechuun Waxabajjii 22 bara 2019 waajjira prezidaantii naannoo Amaaraa irratti haleellaa dhaqqabee fi fonqocha mootummaa aggaamameen prezidaantiin naannoo sanaa Dr.Abmbaachew Mekonnenii, gorsaa prezidaantichaa, obbo Izez Waasee yoo ajjeefaman, abbaan alangaa naannoo Amaaraa obbo Migbaaruu Kebbedee immoo balaan madaa’uu hamaan irra ga’ee mana yaalaatte geessamanii yaalamaa erga turanii booda har’a lubbuun isaanii darbuun gabaasamee jira.

Guuyuma sana hoogganaa humnoota waraanaa Itiyoophiyaa Jeneral Sa’ire Mekonnin illee mana ofii keessatti waardiyya isaaniin wareegamuun ni yaadatama.

Waaltaaleen sadarkaa addunyaas ibsa kennanii jiran.

Gabaasa guutuu caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:35 0:00

XS
SM
MD
LG