Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waa’ee Nageenya Oromiyaa Dhiyaa fi Kibbaa Hayyonni Maal Jedhu?


Haala nageenyaa Oromiyaa Lixa fi kibba keessaa jiru kan ilaaleen marii hayyoonni Yuniversitii Finfinnee, Yuniversitii Amboo, Yuniversitii Mattuu keessaa yaada isaanii ibsanii jira.

Marii kana keessatti sababaalee boora’uu nageenyaa maali? Eenyutu nageenya booressa? Furmaati isaa hoo maal? kan jedhu of keessaa qaba.

Marii gaggeeffame kutaa duraa caqasaa

Kutaa 1ffaa:

please wait

No media source currently available

0:00 0:10:16 0:00
please wait

No media source currently available

0:00 0:12:31 0:00

XS
SM
MD
LG