Xurree ittiin seenan

Breaking News

Faca’inni Vaayrasii HIV Kan Itiyoophiyaa Keessaa Sadarkaa maalii Irra Jira?


Faca’inni Vaayrasii HIV Kan Itiyoophiyaa Keessaa Sadarkaa maalii Irra Jira?

Addunyaa irratti Muddeen tokko “Guyyaa Eedsii Addunyaa” jedhamee kabajamuu eega jalqabee barana waggaa soddomii tokko guutee jira.Faca’inni vaayrasii HIV Itiyoophiyaa keessaatti sadarkaa maalii irra jira?

Ayyaana baranaa haala akkamiin kabajame? Waajiira Federaalaa ittisaa fi to’annaa HIV/ AIDStti Daayreekteera qunnamtii uummataa fi Komunikeshinii kan ta’an Obbo Daniel Betre dubbisnee, caqasaa.

Faca’inni Vaayrasii HIV Kan Itiyoophiyaa Keessaa Sadarkaa maalii Irra Jira?
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:47 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG