Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koloneel Gammachuu Ayyaanaa fi Himatamtoonni Ka Biroon Kamisa Har’aa Mana-murtiitti Dhihaatan


Miseensa Gumii Sabaa ABO ka turan, Koloneel Gammachuu Ayyaanaa fi himatamtoonni ka biroon har’a, Mana-murtii Walii-galaa Federaalaa, Ramaddii Lidataatti dhihaatanii jiran.

Kolonel Gammachuu dabalatee galmee Kiisii Qixxummaa jalatti kanneen himataman namoonni digdamni har’a dhaddacha manicha murtii duratti dhihaatanii, beellama itti aanuuf akka lakkoobsa Itiyoophiyaati Mudde 21 bara 2012 tti akka dhihaatan abbaan-murtii ajaja kenne.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Koloneel Gammachuu Ayyaanaa fi Himatamtoonni Ka Biroon Kamisa Har’aa Mana-murtiitti Dhihaatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:20 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG