Xurree ittiin seenan

Breaking News

 Barataa Yuniversitii Goonder lubuun baate barattoota doormii isaa fuul dura jiranitti tanaan shakkaman qorachuutti jiran


Maashoo Uumar yuniversitii Goonderitti barataa waggaa lammeessoo faarmsaaii fayyaa horiiti.

Akka pirezidaantiin yuniversitii Goodner Dr.Asraat Atsedeweyin jedhetti bartaa Maashoon kalee ganama gara saatii 12tti miidhan.

“Walitti bu’iinsii hin turre.Maashoon erga wallaansii godhameefii booda galgala gara saatii 2tti lubbuu dhabe,”jedhe Dr Asraat.

Ijjeechaa tanaan baratoota doormii Maashoo fuula duratti galanitti shakkanii poolisiin qorachutti jiran.

Reefii isaallee hospitaala Qiddus Phaawuloositti ergamee qorachuutti jira jedhan.

Akka jecha Dr Asraatitti barnootii yuniverstii Goonder duraan nagumaan deemaa turee haga guyyaa lamaa ammo jidduutti dhaabate.

Barataa Yuniversitii Goonder lubuun baate barattoota doormii isaa fuul dura jiranitti tanaan shakkaman
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:26 0:00


XS
SM
MD
LG