Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ayyaanni Guyyaa Sabootaa fi Sablammootaa Har’a Magaalaa Finfinneetti Kabajame


Guyyaa Sabootaa fi Sablammootaa, Muddee 9, 2019, Finfinnee
Guyyaa Sabootaa fi Sablammootaa, Muddee 9, 2019, Finfinnee

Guyyaan Saboota fi Sablammootaa Itiyoophiyaa ka bara kanaa qopheessumaa Bulchiisa Naannoo Oromiyaatiin har’a Finffineetti kabajamee jira.

Nageenyi biyya waan hundaa caala murtessaa waan ta’eef lammileen aantumaa fi jaalala biyyaf akka waardiyaa dhaabatan ka sirna kana irratti argamanii haasawa dhageessisan Prezidaantiin Federalawa Ripaablikii Itiyoophiyaa Adde Sahaalewarqi Zawudee waamicha dhiheessanii jiran. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Ayyaanni Guyyaa Sabootaa fi Sablammootaa Har’a Magaalaa Finfinneetti Kabajame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:07 0:00


XS
SM
MD
LG