Xurree ittiin seenan

Breaking News

Guyyaan Mirga Namoomaa 71ffaan Guutummaa Addunyaatti  Har’a Yaadatame Itiyoophiyaattis Ayyaaneffame


Guyyaan Mirga Namooma marsaa 71ffaaf guutummaa Addunyaatti yaadatamu, har’a Itiyoophiyaatti kabajamee jira.

Mootummaan mirgoota namoomaa kabajuu, kabajjisisuu fi dirqamoota mirga namoomaa sadarkaa addunyaa irra jiru akka bahatuu fi ol’aantummaa seeraa akka tiksu sirna magaalaa Finfinneetti geggeessame kana irratti gaafatamee jira.

Guyyaan Mirga Namoomaa 71ffaan Guutummaa Addunyaatti  Har’a Yaadatame Itiyoophiyaattis Ayyaaneffame
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:10 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG