Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manni Barumsaa Bultii Addaa Moraa Lammaffaan Bishooftuu Keessatti Baname


Daayreekteera Olaanaa ODAA, Obboo Dejene Eticha Ejeta
Daayreekteera Olaanaa ODAA, Obboo Dejene Eticha Ejeta

Waldaan Misooma Oromiyaa ykn ODAAn mana barnootaa bultii addaa isa lamaffaa magaalaa Bishooftuu keessatti banuun eebbisise jira. Daayreekteera Olaanaa ODAA - Obbo Dajanee Itichaa akka jedhanti fedhiin uummataa dabalaa adeemuutu mooraa 2ffaan kun akka banamuu dirqisiise.

Lammiwwan Oromoo biyya keessaa fi ala jiran deggersa gochaa jiran guddaa ta’u ibsuun kan galateeffatan Obbo Dajaneen barattoota kana carraa barnootaa gara fuula duratti qaban akka fixaan ba’u gochuuf hunduu deggersa gochuu akka qaban hubachiisan.

Gabaasa Guutuu Caqasaa.

Manni Barumsaa Bultii Addaa Moraa Lammaffaan Bishooftuu Keessatti Baname
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:46 0:00


XS
SM
MD
LG