Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waa’ee  Maaster Pilaanii Finfinnee Oduun Tibba Kana Odeessamu Dhara Jedha Waajirri Pilaanii Magaalattii


Maastar Pilaanii magaala Finfinnee fi Chaartera fooyyessama mana-murtii magaalattii ilaalchisee oduun gidduu kana miidiyaa hawaasummaa irratti maxxansamee fi madda dubbii tibba kanaa ta’ee ture oduu sobaa fi kan hundee hin qabne ta’uu Koomishiniin Pilaanii fi Misooma Magaalaa Finfinnee beeksisee jira.

Waa’ee  Maaster Pilaanii Finfinnee Oduun Tibba Kana Odeessamu Dhara Jedha Waajirri Pilaanii Magaalattii
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:07 0:00


Ibsa har’a gaazzexeessotaan kennaniin kana dubbatan, bakka-bu’oonni waajirichaa. Gabaasaa guutuu caqasaa.

XS
SM
MD
LG