Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunivarsitii Waldiyaatti Barataan Reebicha Irra Ga’een Miidhame Du’e Jedhama


Barataan YuunIvarsiitii Waldiyaa tokko reebicha egdotaa mooraa Yuunvarsiitichaatiin irra gaheen miidhanee eega dhukkubsacha ture booda du'uu maatii fi hiriyaan isaa dubbatan.

Matiin barataa kana fi hiriyaan isaa Raadiyoo Sagaalee Ameerikaaf yadaa kennan akkamiin akka inni du'e bal’inaan ibsanii jiran.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Yunivarsitii Waldiyaatti Barataan Reebicha Irra Ga’een Miidhame Du’e Jedhama
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:43 0:00


XS
SM
MD
LG