Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namoonni Sadii Godinaa Horroo-Guduruu, Aanaa Jaardagaa Jaarteetti Humnoota Mootumaan Ajjeesaman Jedhame


Godinaa Horroo Guduruu, aanaa Jaardagaa Jaarteetti, Kamisaa fi Jimaata torban darbee namootni Sadii humnoota mootummaatiin ajjeefaman, jedhu maatii fi jiraattotni hagi tokko.

Bulchaan aanaa Jaardagaa Jaartee fi Itti gaafatamaan Waajjira Bulchiinsaa fi Nageenyaa aanichaa, namootni ajjeefamuun sirrii dha jedhanii, rakkoo nageenyaa aanicha keessatti mudateen wal-qabatee akka miidhaan kun dhaqqabe dubbatu.

Gochaan ajjeechaa kun raawwatamuun hin malle jedhanii jiru. Akka jecha qaamota mootummaa aanichaatti, ajjeechaa kanaan wal qabatee qaamni haga ammaa to’atame hin jiru.

please wait

No media source currently available

0:00 0:09:06 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG