Xurree ittiin seenan

Breaking News

Badhaafamuu Dr, Abiyyi Ahmad Irratti Yaadi Uummataa Maal Fakkaata?


Badhaasa Nobeelii Nagayaa Mummen Ministeera Itiyoophiyaa Abiyyi Ahmad argatanin wal qabatee lammileen yaada akkamii qabu.

Muktaar Jamaal jiraattota Magaala Adaamaaf naanno isii dubbisee jira.

Gama kaaniin Pireezidaantii Yunivarsiitii Amboo, barsiisotaa fi barattootni akkasumas jiraattotni Amboo hagi tokko kan jedhanNaakor Malkaa gabaasee jira.

Badhaafamuu Dr, Abiyyi Ahmad Irratti Yaadi Uummataa maal Fakkaata?
please wait

No media source currently available

0:00 0:13:17 0:00


XS
SM
MD
LG