Xurree ittiin seenan

Breaking News

Doorsifamus Mirga Hidhamtootaaf Hanga Dhumaatti Falmuun Qaba Jedheen Murteesse: Abukaatoo Wandimmuu Ibsaa


Obbo Wandimmuu Ibsaa, Abukaatoo

Muddee 10 Addunyaa irratti guyyaa Mirga namoomaa ta’uun yaadatamee oole. Kana ilaachisuun abukaatoo fi qabsaa’aan mirga namoomaa Obbo Wandimmuu Ibsaa haalli qabinsa mirga namoomaa Itiyoophiyaa keessa ture fi jiru ija seera addunyaatiin, ija heeraa fi seera biyyattiitiin akkamitti akka ilaalan dubbatu. waa’ee barnoota isaanii fi muuxannoo jireenya isaanii kan ilaaleenis kan jedhan qabu.

Gaaffii fi Deebii Kutaa 1ffaa Caqasaa

Doorsifamus Mirga Hidhamtootaaf Hanga Dhumaatti Falmuun Qaba Jedheen Murteesse: Abukaatoo Wandimmuu Ibsaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:17 0:00



Yaada kenni

XS
SM
MD
LG