Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ayyaanni Cuuphaa Naannoolee Itiyoophiyaatti Adda Addaatti Sirna How’aan Ayyaaneffamee Jira


Ayyaanna Cuuphaa, Amboo
Ayyaanna Cuuphaa, Amboo

Dhaabbata Barnootaa, Saayinsii fi Aadaa ka Tokkummaa Mootummootaatti yokaan UNESCOdhaan Hambaa Kiliyaaa Addunyaa tahuun eega galmeessamee booda yeroo duraatiif, Ayyaanni Cuuphaa, naannoolee Itiyoophiyaatti adda addaatti sirna how’aan ayyaaneffamee jira.

Maaliif guyyaan kun akka waggaa waggaatti ayyaaneffamuu fi sirna bara kana aka baroota dabranii maal akka adda godhu, luba Waldaa Kiristaanaaa Ortodoksii tokko dubbisnee jirra. Caqasaa.

Ayyaanni Cuuphaa Naannoolee Itiyoophiyaatti Adda Addaatti Sirna How’aan Ayyaaneffamee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:18 0:00


XS
SM
MD
LG