Xurree ittiin seenan

Breaking News

Guutuummaa Oromiyaa Keessatti Filannoon Akka Gaggeeffamu Shakki Hin Qabu: Angawaa Paartii Badhaadhinnaa


(Suuraa faayiilii)
(Suuraa faayiilii)

Akka lakkobsa Itiyoophiyaatti Hagayya 10 bra 2012 Itiyoophiyaa keessatti filannoon akka gaggeeffamuuf kan komishinii filannoo Itiyoophiyaa dhiyeesse kan fudhatan ykn simatan ta’u dubbii himaan paartii Badhaadhinaa Obbo Awwaluu Abdii guutummaa oromiyaa keessatti akka gaggeeffamu shakkii hin qabu jedhan.

Rakkoon nageenyaa godinaalee Oromiyaa hanga tokko keessa jiran yeroo gabaabaa keessatti furmaata argachuuf jiru jedhan.

Gareeleen hidhachuun sosso’aa jiran karaa nagaa qabsaa’uuf murteessanii mootummaa waliin marii gaggeessuuf fedhii qabu yoo ta’e amma iyyu balballii banaa ta’u Obbo Awwaluun ibsanii jiru.

Gaaffii fi Deebii Guutuu Caqasaa

Guutuummaa Oromiyaa Keessatti Filannoon Akka Gaggeeffamu Shakki Hin Qabu: Angawaa Paartii Badhaadhinnaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:13:14 0:00


XS
SM
MD
LG