Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lagannaan Gabaa Magaalaa Hararii fi Magaalaalee Harargee Bahaa Tokko Tokko Keessaa Haga Tokko Itti Fufuu Dubbatu Jiraattonni


Mormii magaala Harargee
Mormii magaala Harargee

Magaalaa Hararitti lagannaan gabaa kaleessa jalqabame har’allee haga tokko itti fufuu isaa jiraattonni gabaasaa keenya VOAtti himanii jiran.

Baankiileen tokko tokko banamuu fi tajaajilli taaksii kutaa magaalattii garii keessatti jalqabamuu irraa kan hafe kaan akkuma kaleessaatti cufamee jira.

Haala wal-fakkaataadhaan, lagannaa magaalaalee Harargee Bahaa keessatti jalqabameen daandiileen waan cufamaniif hojii isaanii irratti dhiibbaa fiduu isaa, konkolaachistoonni VOAtti dubbatanii jiru.

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:27 0:00


XS
SM
MD
LG