Xurree ittiin seenan

Breaking News

"Dhimmi Oromiyaa Lixaa Keessaa Karaa Nagaan Akka Xumuramu Feena Ka Muummichi-ministaraa Jedhan Dhugaan Lafa Qabatee Hojiitti Hiikamuu Qaba"


(Suuraa fayilii)

Wal-dhibdee Oromiyaa Lixaa Keessaa Karaa Nagaan Akka Xumuramu Feena Ka Muummichi-ministaraa Jedhan Dhugaan Lafa Qabatee Hojiitti Hiikamuu Qaba, Jedhu Hayyoonni

Muummeen Ministira Itoophiyaa Dooktor Abiyyi Ahmad kaleessa Parlaamaatti dhiyaatanii dhimma Oromiyaa Lixaa keessatti nagaan dhabamuu ilaalchisuun, “karaa nagaan akka furamu barbaadna” jechuun isaanii waan qajeelaa dha, hayyootni VOAtti dubbatan.

Hayyooni saayinsii hawaasaa yunivarsitii adda addaa irraa ibsa muummicha-ministaraa xiinxalan kun, “Mootummaa fi riphxee-loltoonni akka karaa nagaan dubbatanii araara buusanii qooda fudhattoonni kaanis gahee isaanii bahachuu qabu,” jedhu.

Guutummaa isaa caqasaa

Wal-dhibdee Oromiyaa Lixaa Keessaa Karaa Nagaan Akka Xumuramu Feena Ka Muummichi-ministaraa Jedhan Dhugaan Lafa Qabatee Hojiitti Hiikamuu Qaba, Jedhu Hayyoonni
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:11 0:00



Yaada kenni

XS
SM
MD
LG