Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muummichi Ministeeraa Abiy Ahimed Mana Maree Bakka Bu’otaaf Ibsa Kennan


Faayilii - Muummicha Ministeeraa, Abiy Ahimed
Faayilii - Muummicha Ministeeraa, Abiy Ahimed

Muummici minmisteeraa Abiy Ahimed mana maree bakka bu’oota uummataatti argamuu dhaan gaaffii miseensota biraa dhiyaateef hedduuf deebii kennaniiru.

Muummichi ministeerichaa akka jedhanitti rakkoolee Itiyoophiyaa keessa turan irra hedduu dhaaf maddi rakkinaa kan ture paartii dhuma bulchu jedhan.

Muummichi ministeeraa Abiy mana maree bakka bu’ootaaf uummati Itiyoophiyaa martinuu akka hubatan kan ani barbaadu jedhan sadarkaa nuti yeroo ammaa irra jirru waaltaa biyya ijaaru fi mootummaa itti fufsiisu kan milla lmaan ijaajjuu danda’e hojii isaa beekuu fi hojii irra ooluchu uumuun humni jijiiramaa fi mootummaan sadarkaa inni amma irra jiruun rakkisaa fi qormaataa guddaa ta’uu hubachuun barbaachisaa dha jedhan.

Akkuma kana duraa yeroo gabaabaa fi giddu galeessatti dammaqinaan akka hojjenne, siyaasa shiraa fi shororkaa injifannee Itiyoophiyaa itti fufsiisuu kan dandeenyu ta’uu ofitti amantaa dhaan ibsuun fedha jedhan.

Muummichi Ministeeraa Abiy Ahimed Mana Maree Bakka Bu’otaaf Ibsa Kennan
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:50 0:00


XS
SM
MD
LG