Xurree ittiin seenan

Breaking News

Proojektiin  Annisaa Elektrikii Gannale Dawwaa 3ffaan Eebbifame


Proojektii  Annisaa Elektrikii Gannale Dawwaa 3ffaa
Proojektii  Annisaa Elektrikii Gannale Dawwaa 3ffaa

Muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa, Abiyyi Ahimad Proojektii Aannisaa Elektrikii Gannaalee-Dawwaa eebbisanii jiran. ‘Abbootiin qabeenyaa biyya keessa proojektii annisaa elektrikii Gannale Dawwaa 6ffaa misoomsuu irratti akka hirmaatan waamicha dhiheessan, Muummichi Ministaraa Abiyyi.

Proojektiin Annisaa Elektrikii Gannale Dawwaa 3ffaan daangaa Gujii fi Baalee irratti argama.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Proojektiin  Annisaa Elektrikii Gannale Dawwaa 3ffaan Eebbifame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:27 0:00


XS
SM
MD
LG