Xurree ittiin seenan

Breaking News

Weerarri Gifiraa Godinaalee Oromiyaa Keessatti Yoo Xiqqaate Namoota Kuma Shan Qabe, Biiroon Fayyaa Naannichaa


Dhibeen Gifiraa godinaalee Naanno Oromiyaa garagaraa keessatti bifa weeraraan ka'ee, yoo xiqqate namoota kuma shanii ol qabuu isaa Biroon Fayya Oromiyaa beeksise.

Weerarri kun kan hammate talaallin Gifiraa taasifamuu qabu yaroon taasifamuu dhabuun fi haala qillensaan wal qabatee ta'uu tu himame. Dhabbileen fayyas immoo humna isaanii ol akka tahe dubbatu.

Weerarri Gifiraa Godinaalee Oromiyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:35 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG