Xurree ittiin seenan

Breaking News

Guyyaa Raadiyoo Har’a Addunyaa Irratti Yaadatameef Yaada Dhaggeeffatoonni Kennan


Addunyaa irratti har’a guyyaa Raadiyoo tu yaadamee oole. Raadiyoon haga ammaattillee gosa miidiyaa addunyaa irratti lafa bal’aa dhaqqabuu fi uummata hedduun dhaggeeffatamu akkuma tahetti jira.

Barreessaan muummichi Tokkummaa Mootummootaa – Antooniyoo Guterezh guyyaa kana ilaalchisuun ibsa kennaniin, “guyyaa Raadiyoo ennaa kabajaa jirru kanatti Raadiyoon akaakuu danuu addunyaa kana irraa sagalee tahuudhaan, addunyaa nagaa fi hunda hammate ijaaruuf qooda gumaache galateeffachuu qabna,” jedhan.

Kana ilaalchisuudhaan, Tshaay Daamxoo, Finfinnee fi naannoolee kaan irraa yaada dhaggeeffatoota Raadiyoo walitti qabdee jirti. Caqasaa.

Guyyaa Raadiyoo Har’a Addunyaa Irratti Yaadatameef Yaada Dhaggeeffatoonni Kennan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:56 0:00


XS
SM
MD
LG