Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namoota Biyyoota Koronaavaayires Keessatti Argame Irraa Itiyoophiyaa Seenan Irratti Hordoffiin Fayyaa Taasisamaa Jira


Ibsa Institiwutii Fayya Hawaasa Itiyoophiyaa
Ibsa Institiwutii Fayya Hawaasa Itiyoophiyaa

Namoota 900 Tahan Biyyoota Koronaavaayires Keessatti Argame Irraa Itiyoophiyaa Seenan Irratti Hordoffiin Fayyaa Taasisamaa Jira, Jedha Mootummaan

Imaltoonni biyyoota vaayrsiin Koroonaa itti argame keessaa gara Itiyoophiyaa dhufan, kanneen dhibba sagalii ol ta'an irratti addatti akka hordoffii fayyaa geggeessaa jiru Institiwutiin Fayya Hawaasa Itiyoophiyaa beeksisee jira. Institieutichi ibsa har’a gaazzexeessotaaf kenneen, ittisa Koronaavaayiresiif ciminaan akka hojjetaa jiru dubbate.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Namoota Biyyoota Koronaavaayires Keessatti Argame Irraa Itiyoophiyaa Seenan Irratti Hordoffiin Fayyaa Taasisamaa Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:30 0:00


XS
SM
MD
LG