Xurree ittiin seenan

Breaking News

Abboota Murtii Naannoo Amaaraa Irratti Haleellaan Raawwate


Bulchiisa naannoo Amaaraa keessatti ol’aantummaa seeraa kabajchiisuuf, nageenyi abboota-murtii tikfamuu akka qabu, manni-murtii walii-galaa naannichaa gaafatee jira.

Naannicha keessatti bakkawwan tokko tokkotti miidhaan abboota-murtii irratti raaw’atamaa jiru kan isa yaaddesse tahuullee ibsee jira.

Abboota Murtii Naannoo Amaaraa Irratti Haleellaan Irratti Raawwate
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:26 0:00



XS
SM
MD
LG