Xurree ittiin seenan

Breaking News

Injifannoo Adiwaatti Argameef Loltoonni fi Geggeessitoonni Oromoo Qooda Guddaa Gumaachan, Jedhu Hayyoonni


Injifannoon Adwaa injifannoo Uummata Gurraachaa fi Uummatoota cunqurfamoo kan mirkaneesse, jedhu – Hayyoonni seenaa fi aadaa Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf ibsa kennan.

Uummatni Oromoo fi geggeessitootni tooftaa fi gootummaa lolaan waraanichatti hirmaatan, Adwaatti akka injifannoon waraana Xaaliyaanii meeshaalee waraanaa ammayyaa hidhate irratti galmaa’u qooda guddaa gumaachan, jedhu hayyoonni kunneen.

Injifannoo Adiwaatti Argameef Loltoonni fi Geggeessitoonni Oromoo Qooda Guddaa Gumaachan, Jedhu Hayyoonni
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:25 0:00


XS
SM
MD
LG