Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dargaggoo Yunivarsitii Dhaa Eebbifamee Ofii Hojii Uummate


Haayilee Kabbadaa, abbaa Mana Nyaataa fi Dhugaatii Qeerroo
Haayilee Kabbadaa, abbaa Mana Nyaataa fi Dhugaatii Qeerroo

Dargaggoo Haayilee Kabbada magaalaa Amboo keessatti gurgurtaa nytaataa fi dhugaatii baay’ee xiqqoo irraa ka’uudhaan yeroo ammaa "Mana Nyaataa fi Dhugaatii Qeerroo" jedhamu banatee ka maammiloota isaa tajaajilaa jiru tahuu dubbata.

Dargaggoon kun ka bara darbe Yunivarsiitii irraa digiriin eebbifame yoo tahu mana nyaataa isaa keessatti nyaata gurguru ofumaa ka qopheessee dhiheessu thauulee gabaasaa VOAtti hime.

Dargaggoota biroo sadii of biratti miindeessuunan hojjechiisaan jira ka jedhu dargaggoon kun fuulduraatti dargaggoota hedduu miindeessuuf karoora qaba. Dargaggoonni hojii xiqqoo irraa ka’anii guddachuu danda’u, jedha. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Dargaggoo Yunivarsitii Dhaa Eebbifamee Ofii Hojii Uummate
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:24 0:00


XS
SM
MD
LG