Xurree ittiin seenan

Breaking News

Vaayrasii Koronaa Irraatti Gorsa Ogeessaa


Namnii Vaayrasii Koronaa qabamee Itiyoophiyaa keessa kan hin jirree ta’uus of eeggannoo barbaachisu gochuun barbaachisaa akka ta’e Dr. Fayisaa Raggaasaa Instituutii fayyaa hawaasaa kan Itiyoohiyaa irraa ibsanii jiru.

Mallattoo dhukkubichaa baruu, qunnamtii nama dhukkubsate waliin qaban daangeessuu, yeroo haxxifatanii fi qufaa’an afaanii fi funyaan ofii aguuguu kanneen maqaa dhahaman keessaati.

Uummanni nama shakkame yoo arge toorri bilbilaa kan tolaa akka jiru kan ibsame yoo ta’u caasaalee eegumsa fayyaa hanga sadarkaa gadii jiran waliin hojjatamaa akka jiru ibsamee jira.

Gaaffii fi deebii gaggeeffame caqasaa

Vaayrasii Koronaa Irraatti Gorsa Ogeessaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:59 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG