Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qophii Filannoo fi Rakkolee Mumul’atan. Kutaa 1ffaa


Faayilii - Filannoo bara 2015

Filannoo Baatii Hagayya dhufu guutuummaa Itiyoophiyaa keessatti gaggeeffamuuf qophiin itti fufee yeroo jiru kanatti himannaa paartileen dhiyeeffatan, deebii mootummaan kennuu fi kan bordiin filannoo jedhu dhiyeessina.

Mootummaan Itiyoophiyaa akka paartiittis ta’e akka mootummaatti Filannoon dhufu Demokraatawaa, Bilisa, amanamaa, ba’iin isaas fudhatamaa akka ta’uuf qaama dhimmi ilaaluu mara waliin hojjachuuf carraaqaa akka jiru ibsee jira.

Paartileen morkitootaa garuu mootummaan gama kaaniin akka paartii tokkootti filannoo keessatti dorgomuuf dhiyaachaa gama kaaniin mootummaa biyya bulchu ta’uun haala akkaan rakkisaa uumee jira jedhu

Bordiin filannoo gama isaan iyyata paartileen dhiyeeffatan mara argachuu isaa ibsee qaama dhimma isaa qoratuutti dabarsuu isaa fi furmaata barbaachuuf kan jiru ta’uu ibseera.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Qophii Filannoo fi Rakkolee Mumul’atan. Kutaa 1ffaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:12:57 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG