Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoogganaa Ol’aanaan ABO, Obbo Abdii Raggaasaa Eessatti Akka Hidhaman Beekame


 Obbo Abdii Raggaasaa
Obbo Abdii Raggaasaa

Miseensi koree hoji raaw’achiistuu Adda Bilisummaa Oromoo, Obbo Abdii Ragaasaa eega hidhamanii guyyoota ja’aa booda har’a obboleessa isaaniin wal argan.

Obbolessi isaani akka dubbatanitti ijaaniyyuu garuu innis tahe abukaatoon isaanii itti dhihaatanii waliin haasa’uu hin dandeenye.

Biroon Dhimmota Koomiyunikeeshinii Mootumma Naanno Oromiyaa gama isaatiin Obbo Abdiin sababaan maatii irraa ugguramaniif hin jiru, jedha. Gabaasaa guutuu caqasaa

Hoogganaa Ol’aanaan ABO, Obbo Abdii Raggaasaa Eessatti Akka Hidhaman Beekame
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:18 0:00


XS
SM
MD
LG