FINFINNEE —
Mootummaan Itiyoophiyaa yaroo jalqabaaf namni Vaayrasii Koroonaan qabame argamuu gabaase.
Namni kunis torbaan dura gara Itiyoophiyaa dhufuun isaa beekamee jira