Xurree ittiin seenan

Breaking News

ABOn Haala Yeroo Ammaa Itiyoophiyaa Keessa Jiru Irratti Ibsa Kenne


Addi Bilisummaa Oromoo har'a dhimmoota yeroo ammaa biyyattii keessatti mul’atam irratti miidiyaaleef ibsa kennee jira.

Dhaabbatichi walgahii Gumii-sabaa tibbana gaggeessen murtoowwanii fi kallattiiwwan hojii adda addaa lafa kaa’achuu isaa dubbata. Walga’iin Gumii-sabaa dhaabichaa dabarse keessaa dhimmi hidhaa Laga Abbaayaa tokko ta’uu hayyu dureen ABO obbo Daawud Ibsaa ibsanii jiru. Faca’insa Vaayirasii Koronaa ittisuuf hojiin hojjetamu cimee akka itti fufuu qabus dubbatanii jiran. Guutummaa isaa caqasaa.

ABOn Haala Yeroo Ammaa Itiyoophiyaa Keessa Jiru Irratti Ibsa Kenne
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:55 0:00


XS
SM
MD
LG