Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoon Amaaraa Vaayiresii Koronaatti Duuluuf Doolaara miliyoona Hedduu Ramade


Mootummaan naannoo Amaaraa faca’ina vaayiresii koronaa dhaabsisuutti duuluuf akkasumas qophee jiru deggeruuf qarshii miliyoons 150 ramadee jira.

Erga Itiyoophiyaa keessatti vaayiresiin kun argamuun gabaasamee as mootummaan naannoo sanaa yeroo jaqabaaf tuuta oduuf ibsa kan kenne yoo ta’u angawoonni eegumsa fayyaa vaayiresii kanatti duuluuf rakkoo inni guddaan hanqina meehaalee koronaa ittiin qoratan ta’uu beeksisaniiru.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG