Xurree ittiin seenan

Breaking News

Filannoo Biyyoolessaa Dhufaa Jiru Dimookiraasummaa Cehuu fi Hanqachuu Murteessa, Jedhu Hayyoonni SIyaasaa 


Suuraa faayilii
Suuraa faayilii

Haalli itti Itiyoophiyaan Filannoo biyyaalessaa Hagayya bara 2012 adeemsisuuf jirtu cehumsa dimookiraasii biyyattiif murteessaa tahuu dubbatu barsiisotni Saayinsii Siyaasaa Yunivarsiitii Amboo.

''Filannoon kun naga-qabeessa, haqa-qabeessa, amanamaa fi diimookiraatawaa akka tahu yoo barbaadame Paartileen Siyaasaa fi dhaabbileen hawaasummaa gahee ol’aanaa bahachuu qabu,” jedhu - hayyuuleen kunneen. Marii isaanii caqasaa.

Filannoo Biyyoolessaa Dhufaa Jiru Dimookiraasummaa Cehuu fi Hanqachuu Murteessa, Jedhu Hayyoonni SIyaasaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:41 0:00


XS
SM
MD
LG