Xurree ittiin seenan

Breaking News

Vaayirasii Koronaa Of Irraa Ittisuuf Oromiyaatti Hojjetoonni Mootummaa Dhibba Harka Shantama Tahan  Akka Eyyamaan Mana-turan Taasisame


Faayilii - Magaalaan Amboo Vaayirasii Koronaa Dursitee ittisuuf Qophiitti Jirti
Faayilii - Magaalaan Amboo Vaayirasii Koronaa Dursitee ittisuuf Qophiitti Jirti

Bulchiinsa naannoo Oromiyaa keessatti hojjetoonni mootummaa dhibba irraa harka shantama tahan sababaa weerara Vaayirasii Kooroonaatiin eyyama guutanii manatti galuun, ofii fi maatii maatii ofii dhiibbee kana irraa akka egan mootummaan beeksisee jira.

Biiroon Tajaajila Uummataa fi Qabeenya Misooma Namaa akka ibsetti hojjetoonni mootummaa eyyamaan akka bahan ka jedhame, eyyama hojjetaa ofii kuufatan irraa akka fudhatan otuu hin taane hubatamee jira.


Hojjettonni eyyama guutanii mana isaani akka turan taasisaman eenyu faa akka tahan adda baafamuu isaallee hoogganaan Biiroo Tajaajila Uummataa yokaan Paablik Sarvisii fi Qabeenya Misooma namaa Oromiyaa Dr.Biqilaa Hurrisaa ibsanii jiru.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Vaayirasii Koronaa Of Irraa Ittisuuf Oromiyaatti Hojjetoonni Mootummaa Dhibba Harka Shantama Tahan  Akka Eyyamaan Mana-turan Taasisame
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:32 0:00


XS
SM
MD
LG