Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunuvarsitiin Waalloo Gargaarsa Arjoome


Gargaarsa qarshii Miliyoona yunivarsitiin Walloo eega weer20tti tilmaamamu kana godinaalee afuriif raabsan.

Godiina walloo kibbaa bulchiinsii magaalaa Dasee waag Haamraa fi godonaalee hawaasa Oromoo keessatti dhaabattootii fayyaa jiraniif akkasumas waaltaa dhukkubsattoota Kooviid-19 qabaman adda baasanii kaa'an qopheessuuf oola.

Yunivarsitiin Walloo eega weerarri koronaa ka'e booda barattoota mara warra isaanii biratti akka galan gochuun ibsamee jira.

Qarshii Miliyoona 20 baasuun waan adda addaa bituun kaleessa raabsu isaa prezidaantii Yunivarsitii Walloo kan ta'an Dr.Abaataa Getaahuun Ibsaniiru.

Kanneen rabsaman kana keessa meeshaalee vaayrasii koronaa ittsuuf gargaaran keessa jiraachuun ibsamee jira

XS
SM
MD
LG