Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Aanotii Gammoojjii Gujii Bahaa Keessati Namootni Hedduun Hidhamaa jiru’ - Jiraattota


Gujii, Oromiyaa
Gujii, Oromiyaa

Qaamoleen nageenyaa mootummaa naannoo Oromiyaa; Gujii Bahaa Aanotii gammoojjii keessatti namoota hedduu hidhaa akka jiran jiraattonni dubbatan. Keessumaa Magaalaa Harqalloo fi nageelleetti qaamoleen Humna Addaa Oromiyaa namoota dhibba torbaa ol hidhuu jiraattonni VOA’f himanii jiru.

Mootummaan seera kabachiisuuf tarkaanfii kana fudhataa jira jedha; Galmoo Daawit.

‘Aanotii Gammoojjii Gujii Bahaa Keessati Namootni Hedduun Hidhamaa jiru’ - Jiraattota
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:10 0:00


XS
SM
MD
LG